Muraad Ahimad namoonni hedduun maqaa fuula Facebook isaa 'Oromo Graphya' kan jedhuun beekan. Suuraalee ganna hedduun dura kaafaman, seenaa Oromoo himan fuula Facebook irratti maxxansuun beekama.
Har’i guyyaansaa Ebla 1, 2024 (April 1 dha). Guyyaa kunis addunyaarratti namoota baayyeen waan tokkoon beekama. Innis ‘April the fool’ jedhamuun yoo ta’u, guyyaa har’a kanattis namoota sobaan wal ...
What does this Advisor Specialize in? Find a financial advisor who specializes in the area of expertise you require. It's important to find an advisor who can help you approach your personal and ...